Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Hexosa dhaabbata mootummaa kan seera kabachiisuu, haqa mirkaneessuu fi nageenya hawaasaa eeguuf hojjetu dha. Tajaajila haqaa qulqulluu, iftoomina qabuu fi itti-gaafatamummaa guutuu irratti hundaa’e kennuuf ni hojjenna.

Get In Touch

Address: Aanaa Heexosaa, Oromiyaa, Ethiopia

Wiixata - Kidame

© 2026 Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa. Powered by Seyfadin /Seyfstreamline.com