by-Nisha Trivedi
Aanaan Heexosaa heera mootummaa biyya keenyaan mirga ofiin of bulchuu kan gonfate ta’ee, daangaa bulchiinsaa mataa isaa qaba. Bal’inni lafaa isaa iskuweer kiloomeetira 21,008.10 tilmaamama.
Daangaa Aanaa:
Kaabaa – Aanaa Doddotaa
Kibbaa – Aanaa Xiyoo
Bahaa – Aanaa L/Heexosaa
Lixaa – Aanaa Z/Dugdaa
Baay’ina Ummataa:
Dhiira: 80,599
Dubartii: 79,769
Walumaagalatti: 202,138
Gandoota:
Gandoota baadiyyaa: 23
Gandoota magaalaa: 4
Walumaagalatti: 27
Advancing the rights and interests of private producers and manufacturers while engaging with government bodies to ensure business-friendly policy and tax environments.
Facilitating market access and diversification for members, allowing Ethiopian products to compete in new global arenas.
Forging strong partnerships and "matchmaking" opportunities with both local and foreign business organizations to create mutually beneficial relationships.
Our goal is to establish a strong, integrated, and resilient business ecosystem in Oromia by strengthening institutional collaboration, scaling local enterprises, and enhancing sectoral competitiveness. We seek to achieve this through proactive advocacy, strategic networking, international partnerships, and specialized capacity-building initiatives that equip businesses with the skills, knowledge, and market access needed to succeed in a rapidly evolving global economy.
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa Labsii Lakk. 214/2011 irratti hundaa’uun kaayyoo ijoo afur milkeessuuf hundeeffame:
Heeraa fi sirna heeraa kabajuu fi kabachiisuu
Olaantummaa seeraa mirkaneessuu
Seera yakkaa kabachiisuu
Dantaa mootummaa fi uummataa kabachiisuu
Waajjirichi aangoofi gahee hojii seeraan kennameef sirnaan bahachuudhaan nageenya, bilisummaa fi haqaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjechaa jira.
“Aanaa Heexosaa keessatti seera yakkaa fi imaammata sirna haqaa kabachiisuu, mirga namoomaa fi bilisummaawwan bu’uuraa lammiiwwanii eegsisuudhaan, tajaajila Abbaa Alangummaa haala siyaawaa, qulqulluu, iftoominaa fi al-loogummaa eeggateen kennuudhaan olaantummaa seeraa mirkaneessuu.”
Bara 2022tti tajaajila Abbaa Alangummaa kennuun olaantummaa seeraa mirkaneessuun waajjira akka godinatti fakkeenya ta’e ta’u.
Olaantummaa Seeraa
Iftoomina
Bilisummaa fi itti-gaafatamummaa ogummaa
Hojmaata badaa fi malaammaltummaa jibbu
Hirmaachisummaa
Deebii wayitaawaa kennuu
Jijjiiramaaf qophaa’uu
Faayidaa uummataaf dursa kennuu
Leads board meetings, establishes strategic agendas, and serves as the primary contact for management partners.
Oversees the implementation of association rules, policies, and the overall promotion and communication strategy.
Manages the administrative operations, coordinating international conferences, events, and essential member correspondence.
Driving economic growth that is sustainable and beneficial to society at large.
Our journey is marked by years of growth, innovation, and successful event experiences that have brought people together from around the world.
Yaadni hawaasaa hojii keenya fooyyessuuf nu gargaara. Hojii seeraa qulqulluu fi amanamaa kennuuf, deebii fi yaada uummataa kabajaan simanna.
“Hojii waajjira keenya irraa dhagayame, amanamaa fi iftoomina qabuun tajaajila kennu. Namoota seeraa hin beekneef gargaarsa guddaa dha.”
Waajjirri keenya tajaajila qorannaa yakkaa, himannaa mana murtiitti dhiyeessuu, galmee ragaa, leenjii hojjettoota, fi hubannoo seeraa hawaasaaf kennuu irratti hojjetaa jira.
Eeyyee, waajjirri keenya seera kabachiisuun, yakka adda addaa qorachuun, fi namoonni seera cabsan itti gaafatamummaa akka fudhatan mirkaneessa.
Ragaa fi galmee seeraa sirnaan kuusuun murtii sirrii fi hojii seera qabeessaaf murteessaadha. Kun nageenya hawaasaa fi olaantummaa seeraa eeguuf gargaara.
Hojjettoonni keenya amanamoo, seera beekumsa qaban, fi leenjii barbaachisaa irratti hirmaatanii hojii qulqullina qabu kennu.
Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Hexosa dhaabbata mootummaa kan seera kabachiisuu, haqa mirkaneessuu fi nageenya hawaasaa eeguuf hojjetu dha. Tajaajila haqaa qulqulluu, iftoomina qabuu fi itti-gaafatamummaa guutuu irratti hundaa’e kennuuf ni hojjenna.
© 2026 Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa. Powered by Seyfadin /Seyfstreamline.com