WAAJJIRA ABBAA ALANGAA AANAA HEXOSA

Seera kabachiisuu fi haqa mirkaneessuun tajaajila seeraa amanamaa fi iftoomina qabu kennuu.
Haqaaf Haqaan Hojjanna!

Upcoming Speaker Reveal - Don't Miss Out

“Institute for Professional Achievement Awards 2025”

by-Nisha Trivedi

Celebrating Achievement with Pride

About Us

Seera Kabachiisuu fi Haqa Mirkaneessuu keessatti Tajaajila Amanamaa

Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa dhaabbata mootummaa kan heera mootummaa fi labsii lakk. 214/2011 irratti hundaa’eedha. Waajjirri kun qorannaa yakkaa gaggeessuu, himannaa mana murtiitti dhiyeessuu fi sirna haqaa cimsuuf hojjetu dha.

Kaayyoon keenya olaantummaa seeraa mirkaneessuun nageenya, bilisummaa fi dantaa uummataa eeguudha. Hojii keenya keessatti iftoomina, itti-gaafatamummaa fi tajaajila qulqulluu irratti xiyyeeffanna.

Seera kabachiisuun, haqa mirkaneessuun, mirga namoomaa eeguun fi dantaa mootummaa fi uummataa kabachiisuun tajaajila Abbaa Alangummaa haala siyaawaa, qulqulluu fi al-loogummaa eeggateen kennuu.

Bara 2022 tti tajaajila Abbaa Alangummaa kennuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessuun Waajjirri  Abbaa Alangaa akka Godinatti fakkeenyaa ta’ee arguu dha.

  • Olaantummaa seeraa

  • Iftoomina

  • Itti-gaafatamummaa

  • Hirmaachisummaa

  • Malaammaltummaa jibbu

  • Beekumsaan hoogganuu

  • Deebii wayitaawaa kennuu

⚖️ Core Services

Tajaajiloota Ijoo Waa’jjira Abbaa Alangaa Hexosa

Seera Kabachiisuun, Haqa Mirkaneessuun, Nageenya Hawaasaa Eegu.  Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa hojii seeraa fi haqaa armaan gadii irratti xiyyeeffachuun tajaajila uummataaf kenna:

1️⃣ Qorannaa fi Himannaa Yakkaa

Yakkoota adda addaa irratti qorannoo gaggeessuun, ragaa guutuu walitti qabuun, himannaa mana murtiitti dhiyeessuun itti gaafatamummaa seeraa mirkaneessina.

2️⃣ Seera Yakkaa Kabachiisuu

Seerri akka hin cabne ittisuun, namoonni seera darban yoo jiraatan itti gaafatamummaa isaanii akka baatan gochuun olaantummaa seeraa kabachiisna.

3️⃣ Dantaa Mootummaa fi Uummataa Eegsisuu

Dhimmoota mootummaa fi uummataa miidhan irratti mootummaa fi uummata bakka bu’uun adeemsa seeraa eegnee falmina.

4️⃣ Hubannoo Seeraa Hawaasaaf Kennuu

Hawaasaaf mirgaa fi dirqama isaanii ibsuun, yakka ittisuu fi hirmaannaa uummataa cimsuuf sagantaa hubannoo ni qopheessina.

5️⃣ Hariiroo Hawaasaa fi Qunnamtii

Komii fi gaaffii uummataa simachuun, furmaata seeraa kennaa, akkasumas tajaajila keenya iftoomina qabu taasisna.

6️⃣ Galmee fi Ragaa Seeraa To’achuu

Ragaa fi sanadoota seeraa sirnaan kuusuu, to’achuu fi eeguudhaan qulqullina adeemsa seeraa mirkaneessina.

0 k+

Members

0 +

Workshops

0 +

Industry / Sectors

0 +

City / District Chambers

Latest Blog

Odeeffannoo Haaraa fi Beeksisa Ummataaf

Waa’jjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa: Seera Kabachiisuu fi Haqa Mirkaneessuu keessatti Gahee Murteessaa

Waa’jjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa: Seera Kabachiisuu fi Haqa Mirkaneessuu keessatti Gahee Murteessaa

Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa qaama mootummaa sirna haqaa keessatti gahee murteessaa […]

Gaaffii ykn Komii Qabdu Taanan Nu Qunnamaa!

Gaaffii ykn Komii Qabdu Taanan Nu Qunnamaa!

Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa gaaffii, komii fi…

Bu’aa Hojii fi Raawwii Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa

Bu’aa Hojii fi Raawwii Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa

Waa’jjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa olaantummaa seeraa mirkaneessuu…

Key Benefits

Deggersa Seeraa fi Faayidaa Keenya

Tajaajila Itti Gaafatamummaa

Waajjirri keenya seera kabachiisuu fi haqa mirkaneessuu qofa osoo hin taane, uummataaf tajaajila amanamaa fi iftoomina qabu kennuuf hojjetti.

Hirmaannaa Hawaasaa

Rakkoo fi komii hawaasaaf deebii kennuudhaan, nagaa fi tasgabbii hawaasaa mirkaneessa.

Odeeffannoo fi Hubannoo Seeraa

Seera yakkaa fi sirna haqaa irratti odeeffannoo haaraa argachuudhaan hubannoo seeraa hawaasaaf babal’isa.

Key Benefits

It provides a platform for growth

Problem Resolution

We work closely with stakeholders to resolve business-related challenges on behalf of our members.

Business Promotion

Benefit from platforms that facilitate information exchange and foster knowledge sharing.

Events

International, Outbound Events & Trade Missions

October 2025

October 4 - 8

France Expo 2025

Facilitated market diversification and established vital business connections for local producers within the competitive European economic landscape.

France, Paris City

April & May 2025

April 28 - May 02

Canada Expo 2025

Empowered Ethiopian manufacturers to identify new investment opportunities and enhance their competitiveness through high-level North American business matchmaking.

Canada, Toronto City

Nov 2025

November 5 -7

France Expo 2025

Advanced the interests of private producers by providing a platform for knowledge exchange and international best practices in industrial management.

France, Paris City

Oct 2025

October 3 - 5

Italy Expo

Promoted sectoral growth and technical collaboration by connecting Ethiopian sectoral associations with leading Italian technology and manufacturing partners.

Italy, Milan

Dec 2025

December 1- 4

Canada Construction Expo

Unlocked potential for the construction sector by facilitating access to modern infrastructure updates and global trade partnership opportunities.

Canada, Toronto City

London Expo

Forge strategic global alliances and showcase Ethiopian industrial excellence to international investors at this premier trade and networking forum.

April 2026

April

Canada Business Forum

Advanced the interests of private producers by providing a platform for knowledge exchange and international best practices in industrial management.

Canada, Toronto City

10:00 AM - 4:00 PM

05 May 2025

Leadership & Growth Conference

Unlock your potential and elevate your career with our Professional Skills Development designed students, working professionals.

Street, Block 12 Sector 4, Ipsum City

11:00 AM - 3:00 PM

10 April 2025

Annual Innovation Summit 2025

Unlock your potential and elevate your career with our Professional Skills Development designed students, working professionals.

Street, Block 12 Sector 4, Ipsum City

OCSA Leaders

Meet Our Leaders

Ababa Banti

President

Megersa Ragassa

Vice President

Amida Jemal

General Secretary

Tizazu Birhane

Senior Advisor

Pricing Plan

Discover our flexible pricing plans for attendees

Basic Package

Perfect for first-time attend

$49/One-Time

What's Included:

It could relate to a subscription

Standard Pass

Perfect for first-time attend

$59/One-Time

What's Included:

It could relate to a subscription

POPULAR

Premium Pass

Perfect for first-time attend

$69/One-Time

What's Included:

It could relate to a subscription

Testimonials

Namoota Tajaajila Keenya Fayyadaman Irraa Yaada

Yaadni hawaasaa hojii keenya fooyyessuuf nu gargaara. Hojii seeraa qulqulluu fi amanamaa kennuuf, deebii fi yaada uummataa kabajaan simanna.

Yaada Keessan Nuuf Kennaa

“Hojii waajjira keenya irraa dhagayame, amanamaa fi iftoomina qabuun tajaajila kennu. Namoota seeraa hin beekneef gargaarsa guddaa dha. Galatooma”

– Hawaasa Naannoo Hexosa Hetosa Attorney Office

“Tajaajilawwan galmee fi qorannoo yakkaa sirnaan gaggeeffamuu irraa baay’ee gammade. Waajjirichatti Baay'e itti gammade.”

– Maamila Hawaasa Hetosa Attorney Office

“Namoota tajaajila keenya fayyadaman irraa dhagayameen, hojii waajjira keenya qulqullina qabu fi amanamaa ta’e agarsiisa. Yaadawwan kun hojii keenya cimsuuf fi hawaasa keenyaaf tajaajila fooyya’aa kennuuf nu kakaasa.”

Hetosa Attorney Office

“Hubannoo seeraa hawaasaaf kennamu irraa baay’ee fayyadameera. Mirgaa fi dirqama koo sirnaan hubadheera.”

– Hirmaataa Sagantaa Hubannoo Seeraa Hetosa Attorney Office

FAQ's

Gaaffiiwwan Yeroo Baay’ee Gaafataman (FAQ)

Yakki jechuun gocha ykn dhiisuu gochaa seera yakkaa cabsu, akkasumas adabbii seeraan tumame hordofsiisu dha. Yakka jechuun hojii dhuunfaa qofaa osoo hin taane, gocha dantaa hawaasaa miidhu fi sirna mootummaa cabsu ta’uu danda’a.

Yakki raawwatame jedhamee akka ilaalamuuf gochi seeraan dhoorkame ta’uu qaba, gochichi namni itti gaafatamaa ta’e beekumsa fi fedhii (intent) qabaachuu qaba, akkasumas miidhaan ykn badiin seeraan beekamtii qabu uumamuu qaba. Ulaagaan kun guutamuu baannaan, itti gaafatamummaan yakkaa hin mirkanaa’u.

Yakki gocha seeraan dhoorkame fi mootummaa irratti adabbii hordofsiisu dha. Hariiroon hawaasaa immoo rakkoo dhuunfaa namoota gidduutti uumamu kan seera siivilaan ilaalamu dha. Hariiroon hawaasaa baay’een isaa waliigaltee ykn miidhaa dhuunfaa irratti hundaa’a; yakki garuu dantaa hawaasaa guutuu irratti miidhaa qaba.

Hojjettoonni keenya amanamoo, seera beekumsa qaban, fi leenjii barbaachisaa irratti hirmaatanii hojii qulqullina qabu kennu.