Waa’ee Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa

“Institute for Professional Achievement Awards 2025”

by-Nisha Trivedi

Celebrating Achievement with Pride

About Us

Waa’ee Aanaa Heexosaa

Aanaan Heexosaa heera mootummaa biyya keenyaan mirga ofiin of bulchuu kan gonfate ta’ee, daangaa bulchiinsaa mataa isaa qaba. Bal’inni lafaa isaa iskuweer kiloomeetira 21,008.10 tilmaamama.

Daangaa Aanaa:

  • Kaabaa – Aanaa Doddotaa

  • Kibbaa – Aanaa Xiyoo

  • Bahaa – Aanaa L/Heexosaa

  • Lixaa – Aanaa Z/Dugdaa

Baay’ina Ummataa:

  • Dhiira: 80,599

  • Dubartii: 79,769

  • Walumaagalatti: 202,138

Gandoota:

  • Gandoota baadiyyaa: 23

  • Gandoota magaalaa: 4

  • Walumaagalatti: 27

To fulfill our national mandate, we focus on four key pillars of development

Our Strategic Objectives

Advocacy & Rights

Advancing the rights and interests of private producers and manufacturers while engaging with government bodies to ensure business-friendly policy and tax environments.

Market Expansion:

Facilitating market access and diversification for members, allowing Ethiopian products to compete in new global arenas.

Strategic Alliances:

Forging strong partnerships and "matchmaking" opportunities with both local and foreign business organizations to create mutually beneficial relationships.

Click on the Edit Content button to edit/add the content.
Click on the Edit Content button to edit/add the content.

Our goal is to establish a strong, integrated, and resilient business ecosystem in Oromia by strengthening institutional collaboration, scaling local enterprises, and enhancing sectoral competitiveness. We seek to achieve this through proactive advocacy, strategic networking, international partnerships, and specialized capacity-building initiatives that equip businesses with the skills, knowledge, and market access needed to succeed in a rapidly evolving global economy.

Hundeeffamaa Waajjira

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa Labsii Lakk. 214/2011 irratti hundaa’uun kaayyoo ijoo afur milkeessuuf hundeeffame:

  1. Heeraa fi sirna heeraa kabajuu fi kabachiisuu

  2. Olaantummaa seeraa mirkaneessuu

  3. Seera yakkaa kabachiisuu

  4. Dantaa mootummaa fi uummataa kabachiisuu

Waajjirichi aangoofi gahee hojii seeraan kennameef sirnaan bahachuudhaan nageenya, bilisummaa fi haqaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjechaa jira.

Ergama (Mission)

“Aanaa Heexosaa keessatti seera yakkaa fi imaammata sirna haqaa kabachiisuu, mirga namoomaa fi bilisummaawwan bu’uuraa lammiiwwanii eegsisuudhaan, tajaajila Abbaa Alangummaa haala siyaawaa, qulqulluu, iftoominaa fi al-loogummaa eeggateen kennuudhaan olaantummaa seeraa mirkaneessuu.”

 

Mul’ata (Vision)

Bara 2022tti tajaajila Abbaa Alangummaa kennuun olaantummaa seeraa mirkaneessuun waajjira akka godinatti fakkeenya ta’e ta’u.


Duudhaalee Waajjiraa

  • Olaantummaa Seeraa

  • Iftoomina

  • Bilisummaa fi itti-gaafatamummaa ogummaa

  • Hojmaata badaa fi malaammaltummaa jibbu

  • Hirmaachisummaa

  • Deebii wayitaawaa kennuu

  • Jijjiiramaaf qophaa’uu

  • Faayidaa uummataaf dursa kennuu

Our organization is led by a dedicated management committee committed to the highest standards of governance as defined by the Ethiopia and Not-for-Profits Act and Regulations.

Leadership & Governance

President

Leads board meetings, establishes strategic agendas, and serves as the primary contact for management partners.

Vice President

Oversees the implementation of association rules, policies, and the overall promotion and communication strategy.

Secretary General

Manages the administrative operations, coordinating international conferences, events, and essential member correspondence.

Senior Advisor

Driving economic growth that is sustainable and beneficial to society at large.

Our Achievements

Our milestones achievement over the tears

Our journey is marked by years of growth, innovation, and successful event experiences that have brought people together from around the world.

0 +

Global Events Delivered

0 K+

Attende Connect Worldwide

0 +

Industry-Leading Speakers

0 +

Citie Host Across 10+ Countrie

Testimonials

Namoota Tajaajila Keenya Fayyadaman Irraa Yaada

Yaadni hawaasaa hojii keenya fooyyessuuf nu gargaara. Hojii seeraa qulqulluu fi amanamaa kennuuf, deebii fi yaada uummataa kabajaan simanna.

Yaada Keessan Nuuf Kennaa

“Hojii waajjira keenya irraa dhagayame, amanamaa fi iftoomina qabuun tajaajila kennu. Namoota seeraa hin beekneef gargaarsa guddaa dha.”

– Hawaasa Naannoo Hexosa Hetosa Attorney Office

“Tajaajilawwan galmee fi qorannoo yakkaa sirnaan gaggeeffamuu irraa baay’ee gammade. Waajjirichi amanamaa fi bilisaa dha.”

– Maamila Hawaasa Hetosa Attorney Office

“Namoota tajaajila keenya fayyadaman irraa dhagayameen, hojii waajjira keenya qulqullina qabu fi amanamaa ta’e agarsiisa. Yaadawwan kun hojii keenya cimsuuf fi hawaasa keenyaaf tajaajila fooyya’aa kennuuf nu kakaasa.”

Hetosa Attorney Office

“Hubannoo seeraa hawaasaaf kennamu irraa baay’ee fayyadameera. Mirgaa fi dirqama koo sirnaan hubadheera.”

– Hirmaataa Sagantaa Hubannoo Seeraa Hetosa Attorney Office

FAQ's

Gaaffiiwwan Yeroo Baay’ee Gaafataman (FAQ)

Waajjirri keenya tajaajila qorannaa yakkaa, himannaa mana murtiitti dhiyeessuu, galmee ragaa, leenjii hojjettoota, fi hubannoo seeraa hawaasaaf kennuu irratti hojjetaa jira.

Eeyyee, waajjirri keenya seera kabachiisuun, yakka adda addaa qorachuun, fi namoonni seera cabsan itti gaafatamummaa akka fudhatan mirkaneessa.

Ragaa fi galmee seeraa sirnaan kuusuun murtii sirrii fi hojii seera qabeessaaf murteessaadha. Kun nageenya hawaasaa fi olaantummaa seeraa eeguuf gargaara.

Hojjettoonni keenya amanamoo, seera beekumsa qaban, fi leenjii barbaachisaa irratti hirmaatanii hojii qulqullina qabu kennu.