WAAJJIRA ABBAA ALANGAA AANAA HEEXOSA

Key Benefits

Key advantages that ensure your events stand out

Expert-Led Keynote Sessions

Experience inspiring keynote sessions led by industry experts who share valuable insights, trends, and strategies to help you grow personally and professionally.

Advanced Event Technology

Experience inspiring keynote sessions led by industry experts who share valuable insights, trends, and strategies to help you grow personally and professionally.

Seera Kabachiisuu – Haqa Mirkaneessuu – Nageenya Hawaasaa Eegu

Waa’jirri Abbaa Alangaa Aanaa Heexosaa qaama mootummaa sirna haqaa keessatti gahee murteessaa qabu dha. Tajaajilli keenya seera kabachiisuu, yakkoota irratti tarkaanfii fudhachuu, mirga lammiilee eegu fi nageenya hawaasaa cimsuu irratti xiyyeeffata.

Tajaajiloonni keenya hundi seera biyyaalessaa fi qajeelfamoota mootummaa irratti hundaa’anii iftoomina, itti-gaafatamummaa fi qulqullina hojii mirkaneessu.